New Scratcher Joined 10 months, 3 weeks ago Ethiopia
Akkam jirtu hordoftoota koo jaallatamo, waan hundaaf galatoomaa yoo na hordoftan ani haaraa waan ta'eef deeggarsa nuuf gootaniif galatoomaa
Afaan Oromoo malee afaan biraa hin dubbadhu, kanaaf afaan biraa yoo dubbattan...kan akka: Ispeen, Ingiliffa, Jarmanii, kkf nama hiikkaa fayyadamaa.